Wongeela Maatewos 28:1 - Waadaa Haarawa1 Sanbbanni eega dabrreen duubatti, torbaan keessaa guyyaa jalqabaa (Dilbbata) ganama obboro'oon, Maariyaam Magadaalaawitti'ii fi Maariyaamiin bira'aa'llee awwaala isaa laalu'uuf ni dhaqan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Haga Sambanni diqqaan lufeen maayessa guyyaa Sambata gudda'aa barii, Maariyaamiin biyya Magidalaatii fi Maariyaamiin lammaaffa'aa awwaala laalu'uuf dhaqan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Haga Sambanni lufeen maayessa guyyaa jalqaba torbaanii obboroo, Maariyaamiin biyya Magidalaatii fi Maariyaamiin lammeesso'oo awwaala laalu'uuf dhaqan. Gade chapit la |