Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:4 - Waadaa Haarawa

4 «Nama qulqulluu du'aaf dabarssee kennuu kiyyaan, balleessee jira» jedhe. Isaan garuu, «Eegaa nu maalttu dhibe! Dhimma mataa keetii!» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 «Ani dhiiga nama Woyyu'uu dabarsee waan kenneef yakkeera» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Maaltu nu dhibe ree? Hajaa keeti!» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 «Ani waan dhiiga nama Woyyu'uu dabarsee kenneef yakkeera» isaaniin jedhe. Isaan ammo, «Maaltu nu dhibe ree? Hajaa keeti!» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:4
33 Referans Kwoze  

Gara gosa sheexanaatii ka tureetii fi obboleessa isaa akka ka ajjeesee akka Qaayelii ta'uu nu irraa hin malu, inni obboleessa isaa waayee maali'iitiif ajjeesseen? Hujiin isaa hamaa waan turee fi hujiin obboleessaa isaa garuu sirrii waan tureef.


Isin ka bitamtan heeyibii yookiin akka hoolaa hanqqinna hin qabnnee Qulqullu'uu ka ta'e, dhiiga Kristosii kabajama'aan.


Akkana ka jiru Qulqulluu ashaan itti hin jirre, qulqulluu cubbamoota irraa ka fooyame, samii irra ka ol jedhe, itti gaafatamaan qeesotaa nu barbaachisa.


«Waaqa ni beekinna» jedhan, hujii isaaniitiin garuu ni waakkataniin, isaan jibbisiiftotaa fi hujii mishaa raawwachu'uuf worra hin dandeenne.


Barsiifnni akkanaa kun ka burqqu ufi tuulumma'aan, dhara yoo dubbatan akka waan sibiila oo'ee diimateen haga waan gubamee ta'ee sammuun isaanii ka haddoodde namoota isaa hin gilndifinne irraayyi.


Ajajinni seeraa ka laalu worra seera jala jiran akka ta'e ni beekinna, waayee kanaan'llee namoonni waan itti sababatan dhabanii ni caldhisan, biyyi lafaa marri'llee murtii Waaqaa jala ni ta'a.


Yoma waan du'aan isa gayu itti argachuu dhabaatan'llee, inni akka isaaniif ajjeefamu, Philaaxosiin ni kadhatan.


Yihudonni'llee, «Nu'u seera qabnna, naminni kun mataa isaa Ilma Waaqaa waan taasiseef, akkaataa seera keennaa titti du'atu isaan mala» jedhan.


Ajajaan dhibaa ka achi ni jira ture waan ta'e yeroo argetti, «Dhugamaanuu naminni kun qulqullaayomaa ta'ee jira!» jedhee, Waaqaaf ulfinna ni kenne.


Nu'u sababa balleessaa raawwanneetiin adabbii nuun malu argannee jirra, naminni kun garuu balleesaa woyiituu hin raawwanne.»


Philaaxos'llee yeroo sadaffaa titti akkana isaaniin ni jedhe, «Balleessaan naminni kun raawwate gonkumaa maali'i? Ani waan du'aan isa gayu womaayyuu isa irratti hin argganne, kanaaf dhaneenii gad ni dhiisaan» jedhe.


Ajajaan dhibbaatii fi isaan woliin Yesusiin ni eegan worri turan, sochii arddi'iitii fi waan ta'e maraa yeroo arganitti haalaan sodaatanii, «Dhugamaanuu kun Ilma Waaqaa ture!» jedhan.


Kanaan duubatti Philaaxos teessoo isaa ka murti'ii irra taa'ee uduma jiru haatii worraa isaa, «Waayee isaatiin halkan dabrre kana eebjju'uun baayi'ee makkaraaree jiraatii, nama qulqulluu san irratti womaayyuu hin raawwatin!» jechu'uun itti ni ergite.


Nabiyyoonni lamaan kunniin namoota arddi'ii sarddamisiisanii waan turaniif, namoonni arddii irra jiraatan marrinuu du'a nabiyyootaatiin ni gammadan, gammachu'uun'llee aayyaana ni qopheessan, kennaa'llee wol ni jijjiiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite