Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:3 - Waadaa Haarawa

3 Yesus akka itti murtteeffame yeroo argetti Yihudaan Yesusiin dabarssee kenne ni gaabbe, qarshii soddomaa fudhate'llee itti gaafatamoota qeesotaatii fi jaarsotaaf akkana jechu'uun deebisee isaanii ni kenne,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Hennaa san Yihuudaan isa dabarsee kenne akka isatti murteeffame argee gaabbee, birrii soddomaa san bulchaa gadootaatii fi manguddootaa deebisee,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Hennaa san Yihuudaan isa dabarsee kenne akka isatti murteeffame argee gaabbee birrii soddomaa san bulchaa gadootaatii fi manguddootaa deebisee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:3
15 Referans Kwoze  

Gaddi akka fedhii Waaqaa ta'u gara fayyinaa titti ka eemaru, jijjiirraa dhiifamaan cubbu'uutiin argamu waan argamisiisuuf, gaabbii itti hin aanssu, gaddi biyya lafaa garuu du'a ni fida,


Kanaaf Yihudaan miseensa lolttootaa tokko, akkuma kana itti gaafatamoota qeesotaatii fi Fariisota biraa worra ergaman, itti gaafatamoota wordiyyootaa qabatee gara bakka sanii ni dhufe, isaan'llee faanosaa fi xomborraa, meeshaa woraanaa'llee, qabatanii jiran ture.


Yihudaan'llee fuudhaa eega fudhateen duubatti, bakkumatti seexanni isaa keessa ni bule, Yesus'llee Yihuda'aan, «Raawwachu'uuf waan yaadde dafiitii raawwadhu!» jedheen.


Yesusii fi barattoonni isaa'llee irbaata ni nyaatan ture, Ilmi Simoonii Yihudaan naminni biyya Keriyootii garuu Yesusiin dabarssee kennu'uuf, seexanni onnee isaa keessa yaada hamaa ni buliche.


Garuu naminni kun gatii hujii isaa hama'aatiin lafa ni bite, kallacha isaatiin'llee kufee wolakka'atti ni baqaqe, madhumaan isaa'llee ni jige.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite