Wongeela Maatewos 27:1 - Waadaa Haarawa1 Ganama obboro'oon itti gaafatamoonni qeesotaatii fi jaarsotiin ummataa marrinuu, Yesusiin irratti murtii du'aa murteessisu'uuf, ni mari'atan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Haga lafti bari'e bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni gumi'ii maruu Yesuusiin ajjeesu'uuf mari'atan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Haga lafti bari'e bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni gumi'ii maruu Yesuusiin ajjeesu'uuf mari'atan. Gade chapit la |
Ergamittoonni'llee ajaja isaa fudhatanii ganama obboro'oon gara Mana Waaqeffanna'aa aseenaniiti, barsiisuu jala ni qaban. Yeroo sanitti itti Gaafatamaan qeesotaatii fi worri isa woliin turan dhufanii miseensota yaa'iitii fi jaarsotii Yihudotaa mara, bakka tokko wolitti ni qaban, ergamittoota'llee akka isaan fidaniif namoota gara mana hidhaa ni ergan.