Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:8 - Waadaa Haarawa

8 Barattoonni isaa'llee kana arganii dallananiiti, akkana ni jedhan, «Shittoon kun maali'iif tasatti bade!»

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Darasoonni isaa hennaa argan, aaranii, «Kun maaf lafatti bada?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Darasoonni isaa hennaa argan aaranii, «Kun maaf lafatti bada?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:8
12 Referans Kwoze  

Achi worra turan keessaa tokko tokko gocha kanaan dallananii, «Shittoon kun tasatti baashayuun isaa maali'iif?


Barattoonni kuunniin kudha lamaan kadhata kana yeroo dhagayanitti, obboleeyyan lamaantti ni dallanan.


Achitti'llee Yesus nyaataaf taa'ee uduu jiru, dubarttiin takka shittoo gatiin isaa haalaan guddaa ta'e bilqaadii albasixiroosii guuttame qabattee, gara isaa ni dhiyaatte, shittoo'llee mataa isaa irratti ni jissite.


«Shittoon kun gatii baayi'e'etti gurguramee, hiyyeesotaaf kennamuu ni danda'ama ture!»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite