Wongeela Maatewos 26:71 - Waadaa Haarawa71 Bayu'uuf gara balbalaa yoo deemu, intaltti hojjatuu manaa ta bira'aa argiteeniiti, namoota achi turaniif, «Naminni kun Yesusii Naazireet woliin ni ture!» jette. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA71 Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe, ta biraallee isa argitee, worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette. Gade chapit laKitaaba Woyyuu71 Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe ta biraallee isa argitee worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette. Gade chapit la |