Wongeela Maatewos 26:51 - Waadaa Haarawa51 Yeroo sanitti Yesusiin woliin worra jiran keessaa tokko harka isaa hiixatee, billaya isaa luqqifateeti tajaajilaa itti gaafatamaa qeesotaa dhayee, gurra isaa ni mure. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA51 Worra Yesuusiin woliin jiran keessaa tokko guraadee baafatee gurra hojjataa gadichaa dhayee irraa kute. Gade chapit laKitaaba Woyyuu51 Worra Yesuusiin woliin jiran keessaa tokko guraadee baafatee gurra hojjataa gadichaa dhayee irraa kute. Gade chapit la |
Yesus, «Mootummaan kiyya biyya lafaa kana irraayyii miti, Mootummaan kiyya biyya lafaa kana irraa uduu ta'ee jiraateetii ammoo, harka worra Yihudotaa ka aangoo qabanii titti akka hin kufnneef lolttoonni kiyya naaf ni lolan ture, Mootummaan kiyya garuu biyya lafaa kana irraayyii miti!» jechu'uun, ni deebise.