Wongeela Maatewos 26:41 - Waadaa Haarawa41 Gara qormaataa titti akka hin aseenneef jabaadha'aatii kadhadhaa, Hafuurri dhugamaanuu qophaaya'a, foon garuu dadhaba'a.» Gade chapit laWAADAA LAMMATAA41 Akka ataabe'etti hin galle jabaadha'aa faateffadhaa'a; Ayyaanni qophaaya'a, foon ammoo dadhaba'a» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu41 Akka ataabe'etti hin galle jabaadha'aa Rabbiin kadhadhaa'a; Ayyaanni qophaaya'a, foon ammo dadhaba'a» Gade chapit la |
Qormmaata nama irra gayuun alatti, qormmaanni bira'aa isin irra hin geenne. Waaqinni amanama'a, qormmaanni huminna keessanii ol ta'e akka isin irra gayu hin eeyyamu, yeroo itti qormaatamttantti'llee huminna ittiin obissitan isinii kennu'uun, karaa qormaataa keessaa ittiin baatan isiniif ni qopheessa.