Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:4 - Waadaa Haarawa

4 Achitti'llee Yesusiin dabaan qabanii ajjeesu'uuf, ni mari'atan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Yesuusiin dharaan qabsiisanii ajjeesu'uuf mari'atan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Yesuusiin dharaan qabsiisanii ajjeesu'uuf mari'atan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:4
10 Referans Kwoze  

Fariisonni garuu achii bayanii Yesusiin attam taasisanii akka ajjeesaniin, ni mari'atan.


«Ati ilma sheexanaa, diina dhugaa maraa! Sossobu'uu fi hammeenni marri ka sitti guute, karaa qajeelaa Goofta'aa dabssuu hin dhiifttuu moo!


Nugufnni haarofnni ummata keenna irratti hammeennaan ka'ee, abbootii keenna gad qabuu jala ni qabe, daa'imman isaanii'llee akka du'anii fi gara alaa baasanii akka isaan gataniif, abbootii keenna ni dirqamsiiseen.


Isin bofoota, ijoollee bofaa, attamiin adabbii ibidda asaabaa jalaa bayu'uuf dandeettan ree?


Bofinni Hewaanin dabaan akkuma isii dogoggorssiiseen yookiin yaadinni keessan'llee badee, Kristosiif ka qabddan yaadinni qajeelaan, qulqulluu fi amanammummaa ni dhiifittan jedhee sodaadha.


Ayyaanni Yihudotaa ka Faasiika'aatii fi ka qixxa'aa kabajamu'uuf guyyaan lamaa hafee jira ture, itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa Yesusiin qabanii, karaa dabaan ittiin ajjeesan ni barbaadan turan.


Kanaaf guyyaa sanii jala qabanii Yesusiin ajjeesu'uuf, ni mari'atan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite