Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:2 - Waadaa Haarawa

2 «Guyyaa lamaan duubatti Ayyaanni Faasiika'aa akka ta'u ni beekittan, Ilmi Namaa fannifamu'uuf dabarffamee ni kennama.»

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 «Guyyaa lamaan maayessa ayyaanni Faasika'aa akka ayyaaneffamu hin beettan. Ilmi Namaa worra Isa fannisutti dabarfamee kennama» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 «Guyyaa lamaan maayessa ayyaanni Faasika'aa akka ayyaanteffamu hin beettan; Ilmi Namaa worra Isa fannisutti dabarfamee kennama» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:2
17 Referans Kwoze  

Yesusii fi barattoonni isaa'llee yeroo mara bakka sanitti wol ni gayan waan turaniif, Yihudaan isa dabarssee kenne'llee bakka san ni beeka ture.


Ayyaanni Yihudotaa ka Faasiika'aa dhiyaatee jira ture, namoonni baayi'een'llee Ayyaanni Faasika'aa uduu hin gayiniin duranatti, mataa isaanii qulqulleessu'uuf bakka maraa, gara Yerusaalemii ni bayan,


Barattoonni isaa Galiila'atti yeroo wolgayanitti akkana isaaniin jedhe, «Ilmi Namaa harka namootaa titti dabarffamee ni kennama,


Ayyaannni Faasiikaa Yihudotaa kabajamu'uuf guyyaan jahaa yoo hafuun, Yesus gara Bitaaniya'aa ni deeme, Bitaaniyaa Alaazaariin Yesus du'aa isa kaaseen, ganda keessa jiraatu.


Ayyaanni Faasiikaa Yihudotaa dhiyaatee waan jira tureef Yesus gara Yerusaalemii ni deeme,


Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Rakkinna fudhachuu kiyyaan duranatti isiniin woliin Irbaata Faasika'aa kana nyaachu'uuf, haalaan ni hawwa ture,


«Nama qulqulluu du'aaf dabarssee kennuu kiyyaan, balleessee jira» jedhe. Isaan garuu, «Eegaa nu maalttu dhibe! Dhimma mataa keetii!» jedhaniin.


Simoonii hinaaftticha Yesusiin dabarssee kennee fi, Yihudaa nama biyya Keriyoot.


Kun'llee ka ta'e Yesus du'a attamiitiin akka du'u, dubbiin dubbatame akka raawwatamuuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite