Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:15 - Waadaa Haarawa

15 «Yesusiin dabarssee uduu isiinii kennee, maal naa kennitan?» jedhe. Isaan'llee qarshii 30 ni kennaniif,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

15 «Yoo ani isa dabarsee isinii kenne, isin maal naa kennitan?» isaaniin jedhe; isaan birrii soddoma jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 «Yoo ani isa dabarsee isinii kenne, isin maal naa kennitan?» isaaniin jedhe; isaan birrii soddoma jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:15
17 Referans Kwoze  

Barsiisonni dharaa tunniin qarshi'iif haafayuu irraa ka ka'een seennaa ufii isaaniitii qopheessan oddeessa'aa, isaan ni saaman. Bara baayi'e'een duranaa'llee jalqabee murttiin isaaniif qophaayee jira, badiin'llee dhugamaanuu isaan ni eeggata!


ka hin machoofnne, wol mormmii ka hin jaalanne, gara laafessa, ka namaan wol hin dhabinne, ka qarshii hin jaalanne,


Garuu naminni kun gatii hujii isaa hama'aatiin lafa ni bite, kallacha isaatiin'llee kufee wolakka'atti ni baqaqe, madhumaan isaa'llee ni jige.


Simoonii hinaaftticha Yesusiin dabarssee kennee fi, Yihudaa nama biyya Keriyoot.


Inni'llee saa'aatii sanii jala qabee Yesusiin dabarssee ka itti kennu, yeroo mijaayaa ni barbaada ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite