Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:12 - Waadaa Haarawa

12 Isiin shittoo kana ana irratti jissu'uun isi'ii, ana awwaalaaf qopheessu'uuf.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Isiin urgoo kana nafa kiyyatti buuftee awwaalaaf na qopheessite.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Isiin urgoo kana nafa kiyyatti buuftee awwaalaaf na qopheessite.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:12
8 Referans Kwoze  

Yesus akkana ni jedhe, «Guyyaa itti awwaalamuuf qophii raawwatte waan ta'eef dhiisa'aanii.


Dubarttiin tun waan danddeettu maraa raawwattee jirtti, foon kiyya'llee uduu hin awwaalaminiin duranatti qopheessu'uuf shittoo dibiddeen.


Gara mana isaanii'llee deebi'anii reeffaaf ka ta'an, urgoofttuu foolii mishaa qabuu fi shittoo ni qopheessan, akkaataa seeraatiin'llee guyyaa Sanbbataa boqatanii ni oolan.


Guyyaan Sanbbataa eega dabrreen duubatti Maariyaam Magidalaawittiin, haati Yaaqoobii Maariyaam, Saloomee'llee ta'anii reeffa Yesusii dibu'uuf, shittoo urgoofttuu mishaa irraa qophaaye ni bitan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite