Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:11 - Waadaa Haarawa

11 hiyyeeyyiin yeroo maraa isinuma woliin jiran, ani garuu yeroo mara isin woliin asitti hin ariggamu.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

11 Hiyyeeyyiin hennaa maraa isin woliin jiran, Ani ammo hennaa maraa isin woliin hin jiraadhu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Hiyyeeyyiin hennaa maraa isin woliin jiran; ani ammo hennaa maraa isin woliin hin jiraadhu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:11
16 Referans Kwoze  

hiyyeeyyiin yeroo maraa isin woliin waan jiraniif, yeroo barbaadanitti isaan gargaaru'uuf ni dandeettan, ana garuu yeroo mara isin woliin ana hin argattan.


Hiyyeesonni yeroo maraa isinuma woliin jiran, ani garuu yeroo mara isin woliin hin ta'u» jedhe.


Waaqa Abbaa biraa bayee gara biyya lafaa dhufee jira, deebi'ee'llee biyya lafaa kana dhiisee, gara Waaqa Abba'aa ni deema.»


Amma garuu gara ka ana ergee deemuu kiyya, ta'u'llee isin keessaa ‹garam deemitta› jedhee, ka ana gaafatu hin jiru.


Yeroo muraasaan duubatti biyyi lafaa ana hin argu, isin garuu ana ni argitan, ani jiraataa waan ta'eef isin'llee lubbu'uun ni jiraattan,


Yaa ijoolle, isin woliin yeroo baayi'ee hin turu, isin'llee ana barbaadan, namoota aangoo qaban worra Yihudotaatiif, ‹gara ani deemu isin dhufu'uuf hin danddeettan› akkuma isaaniin jedhe, amma'llee isiniin'llee akkuma kana ni jedha.


Inni'llee sami'itti ka turu Waaqinni durssee afaan nabiyyoota isaa Qulqulluuwwantiin akkuma dubbatetti, biyyi lafaa marri haga haareffamutti.


Ani ammaa achitti biyya lafaa irra hin jiraadhu, isaan garuu biyya lafaa irra ni jiran. Ani gara kee dhufuu kiyya, yaa Abbaa Qulqulluu, kunniin worra naa kennite akkuma keenna tokko akka ta'an ana maqaa anaa kenniteen isaan eegi.


Waan isin ajaje mara'llee akka raawwatan isaan barsiisaa! Kunoo, ani'llee haga muummee biyya lafaa titti, yeroo maraa isin woliin ni jira» isaaniin jedhe.


«Lama yookiin sadihi ta'anii bakka maqaa kiyyaan wolgeettanitti, ani jidduu isaanitti ni argama.»


Naminni biyya lafaa kana irratti qabeenna uduu qabu rakkataa argee garaa yoo hin laafniif, «Waaqa ni jaaladha» jechu'uuf, attamitti danda'a?


Garuu hiyyeesota jidduu isaanii jiran akka yaadanuuf yaboo nuun ni jedhan, kun'llee waan ani hisataan raawwadhe.


Yesus'llee kana jechuu isaanii beekee akkana isaaniin ni jedhe, «Dubarttii tana maali'iitiif rakkifttaniin? Isiin anaaf waan mishaa raawwattee jirtti,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite