Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:1 - Waadaa Haarawa

1 Yesus barsiisa kana maraa barsiisee yeroo xumuretti, barattoota isaatiin akkana ni jedhe,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus dubbii kana maraa dubbatee haga fixeen maayessa, darasoota ufiitiin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus haga dubbii kana maraa dubbatee fixeen maayessa darasoota ufiitiin,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:1
3 Referans Kwoze  

Yesus wonittoota kanniin dubbatee yeroo xumuretti, ummanni barsiisa isaa ni maalaliffatan.


Yesus kana dubbatee eega xumureen duubatti Galiila'aa ka'ee, laga Yoordaanosiitiin gamatti gara argamittuu gara arddii Yihuda'aa ni deeme.


Ayyaanni Yihudotaa ka Faasiika'aa dhiyaatee jira ture, namoonni baayi'een'llee Ayyaanni Faasika'aa uduu hin gayiniin duranatti, mataa isaanii qulqulleessu'uuf bakka maraa, gara Yerusaalemii ni bayan,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite