Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:5 - Waadaa Haarawa

5 Baayi'eewwn, ‹ani Masihi'i!› jedha'aa, maqaa kiyyaan ni dhufan, namoota baayi'ee'llee ni dogoggorssan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Namoonni hedduun, ‹Ani Kiristoos› jedha'aa maqaa kiyyaan dhufan. Namoota hedduu hin dogoggorsan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Namoonni hedduun, ‹Ani Kiristoos› jedha'aa maqaa kiyyaan dhufan; namoota hedduu hin dogoggorsan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:5
15 Referans Kwoze  

Masihoonni dharaatii fi nabiyyoonni dharaa ni ka'an, isaan uduu danda'aniitii worruma filatamoota Waaqaa'llee dogoggorssu'uuf, baasa ol aana'aa fi wonittoota maalale'ee'llee ni muldhisan.»


Nabiyyoonni dharaa baayi'een ni ka'an, namoota baayi'ee'llee ni dogoggorssan,


Yaa ijoolle! Kun yeroo muumme'eet, «Mormmataan Kristosii ni dhufa» yoo jedhamu dhageettanii jirttan, kunoo ammumaayyuu mormmatoonni Kristosii baayi'een ka'anii jiran, waayee kanaan yeroo muumme'ee ta'uu isaa ni beekinna.


ani maqaa Abbaa kiyyaatiin dhufee jira, isin garuu ufitti ana hin fudhanne, ka bira'aa maqaa isaatiin yoo dhufe garuu, ufitti ni fudhattaniin.


Yeroo arddiin uumamittee jala qabee worra maqaan isaanii kitaaba jireennaa ka Hoolicha qalamee irratti hin barreeffamin biyya lafaa irra namoota jiraatan marrinuu, bineensichaaf ni sagadan.


eennummaa kiyya beekittanii yoo amanuu dhabaattan, cubbuu keessaniin woliin ni duutan ka isiniin jedhe kanaaf.»


Kanaaf Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Ilma Namaa ol fageessitanii yeroo itti fannifttanitti ani isa akka ta'e ni beekittan, akkuma kana Waaqinni Abbaan waan ana barsiise akka dubbadhu malee, aangoo mataa kiyya qofaan womaayyuu akka hin raawwanne, yeroo sanitti ni hubattan.


Eegaa Yesus Masihicha ta'uu ka waakkatu malee, sobaan eennu ree? Inni'llee mormmataa Kristositi, Waaqa Abba'aa fi Ilmaa'llee ni waakkata.


Yesus Kristos nama ta'ee fooniin mulidhachuu isaa hafuurri hin amanne marrinuu Hafuura Waaqaatii miti, hafuurri kun'llee ni dhufa yoo jedhamu ka dhageettan hafuura mormmataa Kristositi, inni ammmaayyuu biyya lafaa keessa ni jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite