Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:10 - Waadaa Haarawa

10 Yeroo sanitti baayi'eewwan amantii isaanii waakkachu'uun ni gufatan, tokko ka bira'aa dabarssee ni kenna, namoonni'llee ufii isaaniitii wol ni lolan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an, isaan dabarsanii wol kennan, Wolillee hin jibban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an; isaan dabarsanii wol kennan; Wolillee hin jibban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:10
17 Referans Kwoze  

Maatii keessan fi obboleeyyan keessan, firoonni keessan fi waaheloonni keessan uduu hin hafin dabarsanii isin ni kennan, isin keessaa'llee tokko tokko ni ajjeefaman.


Obboleessi obboleessa isaa, abbaan'llee ilma isaa du'aaf dabarssee ni kenna, ijoolleen'llee maatii isaanii irraatti diinumma'aan ni ka'an, isaan'llee ni ajjeesan.


Waayee kiyyaan ka hin shakkine, ka eebbifame.»


Inni garuu yeromaaf malee onnee isaanii keessatti hidda hin fageeffanne, yeroo muraasaan duubatti sababa dubbii Waaqaatiin rakkinni yookiin ari'amuun isaan irra yoo gaye, bakkumatti gufatanii ni kufan.


Waayee waan ittiin himatameetiif ragaa ittisaa kiyya ka jalqabaa yeroo dhiyeeffadhetti, marrinuu ana fooyaman malee, ana woliin ta'ee ka ana gargaare eennu'llee hin turre, Waan kana'llee Waaqinni akka balleessa'aa taasisee isaanitti hin lakkaayin.


Haa ta'u yeromaaf malee onnee isaa keessatti hidda gad hin fageeffanne, kanaaf sababa dubbii Waaqaatiin rakkinni tokko yookiin ari'ataminni yeroo isa irra gayetti, dafee ni gufata.


Naminni obboleessa mataa isaa du'aaf dabarssee ni kenna, akkuma kana abbaan ilma mataa isaa du'aaf dabarssee ni kenna, ijoolleen'llee maatii isaanii irratti diinumma'aan ni ka'an, du'aaf'llee dabarsanii isaan ni kennan.»


Deemaas biyya lafaa kana jaalatee ana irraa fooyamee jira, gara Tasaloonqee'llee deemee jira, Qeersqiis gara Galaatiya'aa, Tiitoos'llee gara Dilmaaxiyaa deemanii jiran.


Worri Asiyaa jiran marrinuu ana dhiisanii akka deeman ni beekitta, isaan keessaa'llee Fiigelosii fi Hermogenesis keessatti ni argaman.


Waayee kanaan'llee isaan gufatanii uduu ufitti hin fudhatin ni hafan. Yesus garuu, «Nabiyyiin ka hin kabajaminne biyya isaatii fi mana isaa qofatti» isaaniin jedhe.


Nabiyyoonni dharaa baayi'een ni ka'an, namoota baayi'ee'llee ni dogoggorssan,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite