Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:9 - Waadaa Haarawa

9 Dabalee'llee isin sami'itti ka qabddan Abbaa tokko qofa waan ta'eef, arddii irratti eennuun'llee, ‹Abbaa› jettanii, hin waaminaa.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Isin Abbaa tokkocha Sami'itti waan qabdaniif, biyya lafaa irratti eennuunillee ‹Aabbaa› jettanii hin waaminaa'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Isin Abbaa tokkocha Sami'itti waan qabdaniif, biyya lafaa irratti eennuunillee ‹Aabbaa› jettanii hin waaminaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:9
16 Referans Kwoze  

Ijoollee Waaqaa jedhamnnee akka waamaminuuf Waaqinni Abbaan jaalala attamii akka nu'uuf kenne laalaa! Dhugamaanuu nu'u ammoo ijoollee Waaqaati, biyyi lafaa Waaqa waan hin beekiniif, nu'u hin beeku.


Kana malee'llee nu'u mara keennaa ka nutti baanatan abbootii fooniin ni qabnna ture, isaan'llee ni kabajina ture, eegaa lubbu'uun jiraachu'uuf Abbaa keenna ka Hafuuraatiif caala'atti ajajamuun, attam nuun hin malle ree!


Eegaa isin hamaaleyyii taatanii uduu jirttan, ijoollee teessaniif waan mishaa kennuu eega beekittan, eegasuu, ka samii jiru Abbaan keessan ammoo worra isa kadhataniif, attam caalichisee waan mishaa isaaniif hin kennine!»


Yoma Kristosiin durssitoota baayi'ee qabaattan'llee abbootii baayi'ee hin qabdan, ani garuu wongeela Kristos Yesusiitiin isin uumadhee jira.


Ani abbaa keessan ni ta'a, isin'llee ijoollee tiyya ka dhiiraatii fi ta dubaraa ni taatan, jedha, Waaqinni maraa danda'u.»


«Yaa obboleeyyanii fi abbootii kiyya! Kunoo amma ittifata isiniif dhiyeessu ana dhageeffadhaa!»


Kana argachu'uuf ammoo ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amannee ni barbaadan, isin kun marrinuu akka isin barbaachisu, Abbaan keessan ka sami'ii ni beeka.


Hayyichi keessan Kristosiin qofa waan ta'eef, ‹hayyoota› jedhamttanii, hin waamaminaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite