Wongeela Maatewos 23:8 - Waadaa Haarawa8 Isin garuu, barsiisaan keessan tokko qofa waan ta'ee fi marri keessanuu obboleeyyan waan taataniif, ‹barsiisaa› jedhamttanii hin waamaminaa. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA8 Isin barsiisaa tokko waan qabdanii fi isin martinuu obboleeyyan waan taataniif, ‹Barsiisaa'a› jedhamtanii hin waamaminaa'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Isin barsiisaa tokko waan qabdanii fi isin martinuu obboleeyyan waan taataniif, ‹Barsiisaa'a› jedhamtanii hin waamaminaa'a. Gade chapit la |
Ammaa achitti si'iin woliin ka jiraattu'llee akka garbichaa titti uduu hin ta'in, ka garbicha caalu ta'ee akka obboleessa jalatama'aa ta'eeti, inni anaaf obboleessa jaalatama'a, haa ta'u malee foonii inni tajaajila isaatiin waan si fayyaduu fi hafuura isaatiin ammoo Kristosiin obboleessa kee waan ta'eef, si'iif caala'atti jaalatama'a.