Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:6 - Waadaa Haarawa

6 bakka afeerri'ii titti bakkee kabajaa, bakka wolgayi'ii isaanii titti'llee barcumaa jalqabaa, qabachuu ni jaalatan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Lafa cidhaatitti hulee ulfinnaa, mana woyyuu Yihuudotaa keessatti barcumaa ulfinaa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Lafa cidhaatitti hulee ulfinnaa; mana woyyuu Yihuudotaa keessatti barcumaa ulfinaa,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:6
9 Referans Kwoze  

Asiin durana waldaya amanti'ii Kristosiitiif xalayaa barreessee jira, garuu durssaa woldaya amanti'ii ta'u'uuf ka barbaadu Deemetrius, yaada kiyya hin fudhanne.


Ufii keessan jaalala obboleeyyumma'aatiin wol jaaladhaa, ufii keessanii'llee wol kabaju'uuf wol dorgomaa,


Yesus'llee, «Maal barbaadda?» isi'iin jedhe. Isiin'llee, «Mootummaa kee titti ijoollee tiyya kanniin lamaan, tokko mirga keetiin, tokko bitaa keetiin akka naa taa'an taasisi!» jetteen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite