Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:5 - Waadaa Haarawa

5 Hujii isaanii mara ka raawwatan akka namoonni isaanii arganiif jedhaniit, qudhaamman isaanii ni babaldhisan, handaara uffata isaanii ka kadhanna'aa ni dheeresan,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Namatti uf mudhisu'uuf jedhanii hujii isaanii maraa hojjatan. Qudhaama jechoonni barreeffama Woyyuu keessa jiru, ka addaa fi irree ufii irratti hidhatan babadhisanii qudhaamatan; handaara uffata uffatanii faateffatanillee hin dheereffatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Namatti uf mudhisu'uuf jedhanii hujii isaanii maraa hojjatan. Qudhaama jechoonni barreeffama Woyyuu keessa jiru, ka addaa fi irree ufii irratti hidhatan babadhisanii qudhaamatan; handaara uffata uffatanii Rabbiin kadhatanillee hin dheereffatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:5
20 Referans Kwoze  

Kana'llee ka raawwataniif ulfinna Waaqaa irraa argamu irra, ulfinna nama irraa argamu waan jaalataniif.


Gara laafnnaan guutamttanii namoonni kuunniin isin irra akka fooyaya qaban taasisa'aatii lakkaayaa malee, mataa keessan jaalalaan yookiin «Ana malee eennutu jira» ufi dhaadu'uutiin jedhuun, womaayyuu hin raawwatinaa.


Isin ufii keessan wol irraa ulfinnaa ka barbaaddan, Waaqa tokko irraa ulfinna argamu garuu ka hin barbaanne, attamitti amanu'uuf dandeettan ree?


Inni garuu akkana isaaniin ni jedhe, «Isin namoota duranatti mataa keessan qulqullaayomaa ni fakkeesitan, Waaqinni garuu onnee keessan ni beeka, nama duranatti ulfinna qaba fakkaatee ka muldhatu, Waaqaa duranatti ka jibbame.»


Isaan'llee fakkeessu'uuf kadhannaa dheeraa dhiyeessaniin sababata'aa, dubarttoota abbootiin worraa isaanii iraa du'an ni saaman, kanaaf murtiin caalaa ta'e isaan ni argataan» jedhe.


Haa ta'u malee tokko tokkoon isaanii dubbii gammachuu Kristosii ka lallaban hinaaffa'aan, kuunniin'llee hafuura mormmiitiin, kuunniin garuu Kristosiin ka lallaban onnee fayya'aatiin.


Mataa isaa irraa ka dubbatu ulfinna mataa isaa ni barbaada, ulfinna ka isa ergee ka barbaadu garuu inni dhugaalessa, sobinni'llee keessa hin jiru.


Kunoo, woggaa kudha lamaa guutuu dhiiginni isi'ii jiga'aa ni makkaraartti ka turtte dubarttiin takka, yeroo sanitti gara duuba Yesusiin dhufittee, qaccee uffata isaa harka isi'iitiin ni tuqixxe.


Naminni jeeqamaa kun waaqolee harkaan hojjataman jedhamanii ka waaqeffataman maraa olitti, mataa ufii ol ni qaba, «Ani Waaqa» jedha'aa, Manuma Waaqaa keessa taa'uufuu ni ugga.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite