Wongeela Maatewos 23:4 - Waadaa Haarawa4 Ulffaata'aa fi ba'aa dhibaa hidhanii gurmmuu namaa irratti ni fe'an, mataa isaaniitii garuu quba isaaniitiinuu tuqu'uuf hin barbaadan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA4 Isaan ba'aa ulfaataa fi ka baadhachuuf hin danda'amne hidhanii gurmuu nama biraa irra kaayan; ufii ammoo qubaanuu tuquu hin fedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Isaan ba'aa ulfaata'aa fi ka baadhachu'uuf hin danda'amne hidhanii gurmuu nama biraa irra kaayan; ufii ammo qubaanuu tuquu hin fedhan. Gade chapit la |
Isin fakkeessitoota barsiisonni seeraatii fi Farisoota! Isinii uunsha'a! Amissuudaa, cuuphine'ee fi qarafaa irraa'llee kennaa Mana Waaqaatiif ni kennitan, garuu seera keessatti wonittoota argaman ijoo ijoo ni dhiifittan, isaan'llee murtii sirri'ii, dhiifamaa fi amanamuumma'a, isa uduu hin dhiisin, kana'llee raawwachu'utu isin irraa mala ture.