Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:3 - Waadaa Haarawa

3 Kanaaf waan isaan isiniin jedhan maraa raawwadhaa, eega'lle'e, waan isaan hojjatan garuu hin hojjatinaa, isaa waan dubbatan hujii irra hin oolichan,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Maarre waan isaan isin ajajan maraa godhaa'a, eega'alle'e; haata'uu ammoo, isaan waan barsiisanuu waan hujii irra hin oolchineef, akka isaan hujan hin hujinaa'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Maarre waan isaan isin ajajan maraa godhaa'a, eega'alle'e; haa ta'uu ammo isaan waan barsiisanuu waan hujii irra hin oolchineef, akka isaan hujan hin hujinaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:3
16 Referans Kwoze  

Waaqa ka waaqeffatan fakkaatanii ni muldhatan, huminna waaqeffanna'aa garuu ni waakkatan, namoota akkana jiran irraa fagaadhu.


«Waaqa ni beekinna» jedhan, hujii isaaniitiin garuu ni waakkataniin, isaan jibbisiiftotaa fi hujii mishaa raawwachu'uuf worra hin dandeenne.


Phexirosii fi ergamittoonni bira'aa garuu akkana jechu'uun ni deebisan, «Namaa ajajamuu irra Waaqaaf ajajamu'utu nuuf mala,


Angoon kum'llee ka argamu fedhii Waaqaatiin waan ta'ee fi namoonni amma aangoo qaban'llee ka muudaman Waaqaan waan ta'eef, naminni marrinuu, aangoo qabeessa isaa oliitiif ajajamuu ni qaba.


Abbaan ammoo gara ilma isaa ka lamaffa'aa deebi'ee dhaqeeti, inni'llee akkuma kana akka hojjatuuf ni ajajeen, ilmi'llee, ‹tole abbaa kiyya ni deema!› jedhe. Garuu hin deeminne.


«Barsiisonni seeraatii fi Farisonni barsiisu'uuf, barcumaa Muse'ee irra ta'anii ni jiran.


Ulffaata'aa fi ba'aa dhibaa hidhanii gurmmuu namaa irratti ni fe'an, mataa isaaniitii garuu quba isaaniitiinuu tuqu'uuf hin barbaadan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite