Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:5 - Waadaa Haarawa

5 Isaan garuu dhimmicha tuffatanii gara hujii isaanii tokko gara qonna isaa, kun'llee gara daldala isaa ni deeme,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Worri waamaman sun ammoo lash jedhanii, tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Worri waamaman sun ammo lash jedhanii tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:5
21 Referans Kwoze  

Eegaa nu'u fayyinna ol aanaa kana shilla ka jennu yoo taane attamitti jalaa baana ree? Fayyinna kana'llee jalqaba ka dubbate Gooftaa mataa isaati, isa irraa namoonni dhagayan'llee, kanuma nuuf mirkaneessanii jiran.


ganttoota, ufi eeggannaa ka hin qabnne, ufi tuulummaan ka afuufaman, Waaqa jaalachuu irra gammachuu foonii isaanii ka jaalatan ni ta'an.


Waayee waan foonii yaaduun du'a ni fida, waan hafuuraa yaaduun garuu jireennaa fi nagaya'llee ni fida.


Yookiin mishumma'aa fi danda'iinsa Waaqaa baayi'inna obissaa ta'uu isaa'llee ni tuffatta ree? Waaqinni mishummaa isaa ka si baayi'ise si gara dhiifama Waaqaa titti eemaru'uuf akka ta'e, hin beekittuu ree?


Phaawulos waayee qulqullaayomaatii fi waayee mataa ufii toowaachu'u, waayee murtii dhufu'uuf jiruu'llee yeroo dubbatetti, Feeliks sodaatee, «Amma deemi, yoo natti tole yeroo bira'aa si waamssisa» ni jedheen.


Tokko tokko garuu, «Dhaadhii woyinni'ii haarawa dhuganii machaayanii jiran!» jedha'aa isaantti ni baldan.


Qoree ximmiraayaa jiddu'utti sanyiin facaafame ka muldhisu, waayee nama dubbii Waaqaa yero'oof dhagayuuti, haa ta'u malee yaadinni biyya lafaa kanaatii fi jaalalli qabeennaa gara onnee isaa aseenee, dubbicha waan dhudhuuf firii malee ni hafa.


«Nugusichi'llee tajaajilttoota bira'aa deebi'ee akkana jechu'uun isaan ni erge, ‹gara namoota waamamanii deema'aatii, kunoo qophii cidha kiyyaa qopheessee jira, sangoonni tiyyaa fi dardarran kiyya ka cooman'llee qalamanii jiran, wonitti marrinuu qophaayee jira, gara afeerrii cidhichaa koottaa!› jedha'aatii isaanitti himaa.»


worri hafan ammoo tajaajilttoota qabanii salphisu'uun dhaananii isaan ni ajjeesan,


Namoota handarii gurguraniin'llee, «Kana maraa garas fudhadhaa! Mana Abbaa kiyyaa mana daldalaa hin taasisina'aanii!» isaaniin jedhe.


Barsiisonni dharaa tunniin qarshi'iif haafayuu irraa ka ka'een seennaa ufii isaaniitii qopheessan oddeessa'aa, isaan ni saaman. Bara baayi'e'een duranaa'llee jalqabee murttiin isaaniif qophaayee jira, badiin'llee dhugamaanuu isaan ni eeggata!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite