Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:12 - Waadaa Haarawa

12 Akkana'llee ni jedheen, ‹yaa waahela kiyya uffata cidhaa uduu hin uffatin attamiin garana aseentte?› namichi garuu ni calidhise.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Namichaan, ‹Jaalalloo kiyya attamitti uffata cidhaa uduu hin uffanne asi seente?› jedheen. Innillee hin cadhise

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Namichaan, ‹Jaalalloo kiyya! attamitti uffata cidhaa uduu hin uffanne as seente?› jedheen. Inni hin cadhise

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:12
13 Referans Kwoze  

Kanaaf yeroon uduu hin gayin, Gooftaan murti'iif uduu hin dhufniin duranatti eennuun irratti'llee hin murteessinaa, inni yeroo dhufutti dhossaa dukkana keessatti dhokate gara ifaa titti ni baasa, yaadinni onnee namoota keessatti dhokate'llee ni muldhisaan, yeroo sanitti tokkoon tokkoonuu Waaqa biraa galata barbaachisaa ni argata.


«Abbaan biqilttuu woyinni'llee hojjattoota keessaa tokkoon akkana jechu'uun ni deebiseef, ‹yaa waahela kiyya! Womaayyuu si hin miine, ka wolii galle guyya'aan dinaara tokko si kafalu'uufii mitii ree?


Naminni akkanaa kun daba'aa fi cubbama'a, inni'llee ka mataa isaa irratti murtteesse ta'uu beeki.


Yesus'llee, «Yaa waahela kiyya! Eegaa dhimmicha dhuftteef raawwadhu!» jedheen, kanaan duubatti namoonni gara Yesusii dhiyaatanii ni qabaniin.


Ajajinni seeraa ka laalu worra seera jala jiran akka ta'e ni beekinna, waayee kanaan'llee namoonni waan itti sababatan dhabanii ni caldhisan, biyyi lafaa marri'llee murtii Waaqaa jala ni ta'a.


Kanaaf qulqullaayoma keessan ka barsiisota seeraatii fi qulqullaayoma worra Fariisotaa yoo hin caalin, gonkumaa gara Mootummaa sami'ii titti akka hin aseenne isinitti ni hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite