Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:9 - Waadaa Haarawa

9 Ummata dura dura ni deeman ka turan'llee, «Hosaa'inaa Ilma Daawiitiitiif Galanni haa ta'u! Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaa'inaa! Galanni ol sami'itti Waaqaaf haa ta'u!» jedha'aa ni iyyan ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif jedha. Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:9
11 Referans Kwoze  

«Sami'itti Waaqaaf ulfinni haa ta'u! ardditti'llee namoota Waaqinni jaalatu maraaf nageenni haa ta'u!» ni jedhan turan.


Kanaaf, ‹maqaa Goofta'aatiin ka dhufu ka eebbifame› haga jettantti, ammaa achitti ana hin argitan» isiniin jedha.


Garuu itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa, waan baasaa ka Yesus raawwate arguu isaaniitii fi daai'mman'llee Mana Waaqeffanna'aa titti, «Ilma Daawiitiitiif Hosaa'inaa! Galanni haa ta'u!» jedha'aa yoo iyyan, dhagayuu isaaniitiin ni dallanan.


Yesus bakka sanii ka'ee yeroo deemutti jaamonni lamaan ni horddofaniin, isaan'llee, «Yaa Ilma Daawiitii! Yabo'oo nu fayyis!» jedha'aa, ni iyyan turan.


Yesus gara Yerusaalemii yeroo aseenetti namoonni magaala'aa marrinuu, «Kun eennu?» jechu'uun, ni jeeqaman.


Kanaaf manni keessan ona ta'e ni hafa, dhugamaan isiniin jedha, ‹ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame› haga jettantti, gonkumaa ana hin argtan» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite