Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:2 - Waadaa Haarawa

2 «Gara ganda isiniin duranatti jiruu deemaa, achitti'llee harree hidhamtte takka ilmmayyoo isi'ii woliin bakkumatti ni argattan, hiika'aatii naa fidaa.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 «Gara ganda isin afoo jirtuu dhaqaa'a, achitti harree ilmoo woliin hidhamteertu takka hin argitan; hiika'aa naa fidaa'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 «Gara ganda isin afoo jirtuu dhaqaa'a; achitti harree ilmoo woliin hidhamteertu takka hin argitan; hiika'aa naa fidaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:2
8 Referans Kwoze  

Inni'llee, «Gara magaala'aa yoo aseenittanitti gara mana nama argattanii deema'aatii, ‹barsiisaan yeroon kiyya gayee jiraatii barattoota tiyyaan woliin, Irbaata Ayyaana Faasiika'aa ka nyaadhu mana kee titti jedha› jedha'aanii» jedhe.


Yesusii fi horddofttoonni isaa gara Yerusaalemii yeroo dhiyaatanitti, gara ganda Beetfaagee Gaara ejjerssaa titti argamuu yoo gayan, Yesus barattoota isaa keessaa lamaan akkana jechu'uun erge,


Naminni kumi'llee waan tokko yoo isiniin jedhe ‹Gooftaan waan isaan barbaaduuf› jedhaanii, Inni'llee harriin bakkumatti isaan ni erga.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite