Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:16 - Waadaa Haarawa

16 Kanaaf Yesusiin, «Daai'mman tunniin waan jedhan ni dhageettaa mitii ree?» ni jedhaniin, inni'llee, «Ee, ni dhagaya, ‹ijoolle'ee fi daai'mman harmma hodhan afaanii galata ni qopheessite› ka jedhu, gonkumaa hin dubbifinnee moo?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

16 Kanaaf Yesuusiin, «Ati waan ijoolleen tun jettu hin dhageettuu?» jedhaniin. Yesuus, «Ee hin dhagaya; isin sirimaa, ‹Afaan ijoolle'eetii fi daa'imman harma hootu irraa galata ufiif qopheeffatte› ka jedhu hin dubbifnee?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Kanaaf Yesuusiin, «Ati waan ijoolleen tun jettu hin dhageettuu?» jedhaniin. Yesuus, «Ee hin dhagaya; isin sirimaa, ‹Afaan ijoolle'eetii fi daa'imman harma hootu irraa galata ufiif qopheeffatte› ka jedhu hin dubbifnee?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:16
11 Referans Kwoze  

Yeroo sanitti Yesus akkana ni jedhe, Gooftaa sami'ii fi arddi'ii yaa Abbaa! Waan kana ogeessotaa fi beekitotaa jalaa dhositee worra waa hin beekinnee waan ibisiteef, si galateeffadha.


Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Waaqinni jalqaba dhiiraa fi dubarttii taasisee akka isaan uume, isin hin dubbifinne moo?


Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Daawiitii fi namoonni isa woliin ni jiran turan yeroo beelayanitti, waan Daawiitii raawwate gonkumaa isin hin dubbifanne moo?


Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Daawiit horddofittoota isaa woliin yeroo beelayee fi rakkatetti, maal akka raawwate isin hin dubbifinne moo?


Akkuma kanaan'llee waayee du'aa ka'iinssa worra du'anii waan Waaqinni isinitti dubbate isin, hin dubbifnne moo?


Yeroo sanitti worra ulffaatii fi haawotii daa'imaa hoosisaniif uunsha'a!


Yeroo sanitti worra ulffaatii fi haawwotii harmma hoosisaniif uunsha'a! arddii irratti rakkinni ol aanaan ni ta'a, kanaan'llee ummata irratti, dallanisuun Waaqaa ni dhufa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite