Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:12 - Waadaa Haarawa

12 Kanaan duubatti Yesus gara Mana Waaqeffanna'aa ni aseene, achitti'llee namoota gurguranii fi bitan maraa ni baase. Minjaalota worra qarshii jijjiirttotaatii fi barcumoota worra handarii gurgurttootaa'llee ni garagalche.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Yesuus gara mana woyyu'uu seenee, namoota mana woyyuu keessatti bitatuuf gurguratu maraa gad yaase; worra birrii sharafuu fi teessoo worra handarii gurguratuu garagalchee,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Yesuus gara mana woyyu'uu seenee namoota mana woyyuu keessatti bitatuu fi gurguratu maraa gad yaase; worra birrii sharafuu fi teessoo worra handarii gurguratuullee gara galchee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:12
18 Referans Kwoze  

Akkuma kana seera Goofta'aatiin, «Daakiyyeewwan lamaa yookiin ilimoolee handari'ii lama, kitima'aaf dhiyeessuun ni mala» ajaja jedhutu ture.


Yesus'llee Yerusaalemiin yeroo gayetti gara Mana Waaqeffanna'aa ni aseene, waan naannaya jiru mara'llee ni laale, guyyaan'llee dhiyee waan tureef barattoota isaa kudha lamaan woliin, Yerusaalemiin keessaa bayee gara Bitaaniyaa ni deeme.


Ayyaanni Faasiikaa Yihudotaa dhiyaatee waan jira tureef Yesus gara Yerusaalemii ni deeme,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite