Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 21:1 - Waadaa Haarawa

1 Yesusii fi horddofttoonni isaa gara Yerusaalemii yeroo dhiyaatanitti, gara ganda Beetfaagee Gaara ejjerssaa titti argamuu yoo gayan, Yesus barattoota isaa keessaa lamaan akkana jechu'uun erge,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Hennaa Yeruusaalemitti dhiyaatan, gaara Ejersaatitti hulee Betafaagee jedhamtu gayan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaa akkana jedhee isaan erge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuusii fi darasoonni akkuma Yerusaalemitti dhiyaataniin gaara Ejersaatitti hulee Beetafaagee jedhamtu gayan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaa akkana jedhee isaan erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 21:1
13 Referans Kwoze  

Kanaan duubatti Yesus gara Gaara Ejerssaa ni deeme.


Yesus guyyama guyya'aan Mana Waaqeffanna'aa titti ni barsiisa ture, yoo dhiitutti garuu gara Gaara Ejerssa jedhamuu irra baya'aa, ni bula ture.


Kanaan duubatti faaruu faarffatanii, gara Gaara Ejerssaa ni bayan.


Yesus Gaara Ejjerssaa irra taa'ee uduma jiru barattoonni isaa adda isaa titti gara isaa dhiyaatanii, «Wonitti kun marri ka ta'u yoom? dhufaatii keetiitii fi malkanni muummee barichaa hoo maali'i?» jechu'uun, ni gaafataniin.


Kanaan duubatti Gaara Ejerssaa ka jedhame gara Yerusaalemii ni deebi'an, Gaarri Ejerssaa Yerusaalemiin irraa ka fagaatu karaa torbaanii (haga kiilomeetira meetira tokkooti.)


Yesus magaala'aa bayee akkuma barate gara Gaara Ejerssaa ni deeme, barattoonni isaa'llee isa woliin ni deeman.


Kanaan duubatti'llee faaruu faarffatanii, gara Gaara Ejerssaa ni bayan.


Yesus'llee, isaanii garaa laafeeti ija isaanii ni qaqabe, bakkumatti ijji isaanii ni argite, isaan'llee Yesusiin ni horddofan.


«Gara ganda isiniin duranatti jiruu deemaa, achitti'llee harree hidhamtte takka ilmmayyoo isi'ii woliin bakkumatti ni argattan, hiika'aatii naa fidaa.


Yesus fuundura Mana Waaqeffanna'aatiin Gaara Ejjerssaa irra taa'ee uduma jiru Phexiros, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indriyaas adda isaanii titti gara isaa dhiyaatanii,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite