Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:3 - Waadaa Haarawa

3 Gara saa'aatii sadihii titti bayee, hujii malee bakka yaa'ii worra dhaabatan namoota bira'aa ni arge,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Sa'aatii sadihitti bayee worra hujii hin qabne namoota biraa ka raasaa dhaabata'aaran arge;

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Sa'aatii sadihitti bayee namoota biraa worra hujii hin qabne ka raasaa dhaabata'aaran arge;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:3
12 Referans Kwoze  

Akkuma kana hujii malee taa'uu ni baratan, hujii malee taa'uu qofa uduu hin ta'in, mana namootaa irra naanaya'aa ka nama hamatan, dhimma namaa keessa ka aseenanii fi waan dubbachuu hin qabnne ka dubbatan ni ta'an.


ganama keessaa kunoo saa'aatii sadihi waan ta'eef akka isin yaaddanitti, namoonni kunniin hin machoofnne.


Yesusiin yoo fannisaniin yeroon ganama keessaa, saa'aatii sadihii ni ture.


ka hawwinu'llee amanti'ii fi obissaan jabaatanii abddi'iin waan isaaniif kenname namoota dhaalan akka fakkaataniif malee, ganttoota akka taataniifii miti.


Inni'llee tokko tokkoofuu guyya'aan dinaara tokko isaa kafalu'uuf wolii galee, hojjattoota gara bakka biqilttuu woyinni'ii titti ni erge.


‹isin'llee gara bakka biqilttuu woyinni'ii deema'aatii hojjadhaa, herreega isinii malu'llee isinii ni kafala› isaaniin jedhe.


Bulchitoonni isii abddii faayidaa ittiin argatan akka isaan jalaa addaan cite yeroo arganitti, Phaawulosii fi Siilaasiin ni qaban, harkisaa'llee gara bakka yaa'ii'ii isaan fidaniiti, muudamttoota duranatti isaan ni dhiyeessan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite