Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 20:2 - Waadaa Haarawa

2 Inni'llee tokko tokkoofuu guyya'aan dinaara tokko isaa kafalu'uuf wolii galee, hojjattoota gara bakka biqilttuu woyinni'ii titti ni erge.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Saantimii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Saantibii guyyaa tokkootiin haga wolii galeen maayessa gara maasaa woyinii ufiititti isaan erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 20:2
24 Referans Kwoze  

Bineensota arfan jiddu'uu waan baye ka fakkaatu qooniqqa ni dhagaye, qoonni kun, «Qamadii kiilogiraam tokko gayu mindaa guyyaa tokkoo, garbuu kiloo tokko gayu mindaa guyyaa tokkootiif haa ta'u, zayiiti'ii fi woyinnii garuu hin miidhin!» yoo jedhu, ni dhagaye.


Akkuma kana ijoollummaa keetii jala qabddee Yesus Kristostti amanu'uun, barsiisa fayyinni ittiin argamu ka siif kennan kitaabban Qulqulluu ta'an beekittee jirta.


Guyyaa itti aanutti'llee dinaara lamaa baasee abbaa mana keessummoonni bulaniitiif kenneeti, ‹nama kana ufi eegganna'aan naa dhukkubsachiisiin, baasii dabalataa yoo baaftte'llee yeroo deebi'utti, si ni kafala› jedheen.»


Inni'llee Gooftaa duranatti hangafa ni ta'a, daadhii woyyinni'iitii fi ka bira'aa'llee dhugaatii nama macheessu hin dhugu, uduma gadaamessaa haadhaa keessa jiru Hafuura Qulqullu'uun ka guuttame ni ta'a.


Qarshii gibiraaf kafalamu mee natti muldhisaa!» isaaniin jedhe. Kanaaf isaan qarshii tokko fidanii itti ni muldhisan.


«Abbaan biqilttuu woyinni'llee hojjattoota keessaa tokkoon akkana jechu'uun ni deebiseef, ‹yaa waahela kiyya! Womaayyuu si hin miine, ka wolii galle guyya'aan dinaara tokko si kafalu'uufii mitii ree?


«Garuu tajaajilaan sun achii bayee uduma deemuu irra jiru, waahela isaa ka woliin hojjatu ka qarshii dhibbaa ka liqeesseefii jiru argeeti, morma isaa hudhee qabee, ‹qarshii si liqeessee ture naa kafali!› jedheen.


Kanaaf barattoota isaatiin akkana jedhe, «Callaan baayi'e'e, hojjattoonni calla'aa garuu muraasa.


«Mootummaan Sami'ii titti hojjattoota bakka biqilttuu woyinni'ii keessa hojjatan mindeessu'uuf, ganama obboro'oon ka baye abbaa bakka biqilttu'uu fakkaatti.


Gara saa'aatii sadihii titti bayee, hujii malee bakka yaa'ii worra dhaabatan namoota bira'aa ni arge,


Yesus'llee fakkeesitummaa isaanii beekee, «Maali'iif ana qabu'uuf barbaadan? Mee qarshii fida'aatii natti muldhisaa» isaaniin jedhe.


«Mee qarshii isaa natti muldhisaa, qarshii kana irratti ka bocamee bifaa fi maqaan irratti barreeffame, ka eennuuti?» Isaan'llee, «Ka nugusa Rooma'aati» ni jedhaniin.


Kanaaf worri sa'aatii kudha tokkotti mindeeffaman dhiyaatanii, tokko tokkoon isaanii dinaara tokko ni fudhatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite