Wongeela Maatewos 20:1 - Waadaa Haarawa1 «Mootummaan Sami'ii titti hojjattoota bakka biqilttuu woyinni'ii keessa hojjatan mindeessu'uuf, ganama obboro'oon ka baye abbaa bakka biqilttu'uu fakkaatti. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 «Jeennanni sami'ii nama maasaa woyinii ufiitiif hojjattoota qaxaru'uuf obboro'oon baye fakkaatti. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 «Jeennanni sami'ii nama maasaa woyinii ufiitiif hojjattoota qaxaru'uuf obboro'oon baye fakkaatti. Gade chapit la |
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Yerusaalem, yaa Yerusaalem! Ati ta nabiyyootaa ajjeefttu! Worra gara kee ergaman'llee dhaga'aan ka woqarttu! Akkuma lukkuun cuuciiwwan isi'ii koola isi'ii jalatti wolitti qabddu, ani'llee ijoollee kee tokkumma'aan wolitti qabu'uuf, yeroo meeqa eeyyame! Isin garuu hin barbaanne.