Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:9 - Waadaa Haarawa

9 Isaan'llee ajaja nugusichaa eega dhagayaniin duubatti, bayanii ni deeman, kunoo! Urjjiin baya adu'uutii argan'llee haga bakka daa'immnni ni jira turee irra dhaabatanitti, dura dura isaanii deema'aa isaan ni eemara ture.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Isaan waan Mootiin isaaniin jedhe dhagayanii, ka'anii bayanii deeman; Baya biftu'uutitti urjiin isaan argan sun, haga hulee daa'imni jiruu san irra dhaabattutti afoo isaanii deemte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Isaan waan Mootiin isaaniin jedhe haga dhagayaniin maayessa bayanii deeman; urjiin isaan baya biiftu'uutitti argan sun haga hulee daa'imni jiruu isaan afoo deemee isaan masakka'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:9
7 Referans Kwoze  

Akkana'llee jedha'aa ni gaafatan, «Nugufnni worra Yihudotaa ka dhalate eessatti? Urjjii baya adu'uutii argnee isaa sagadu'uuf dhufinnee jirra.»


Kun marrinuu nabiyyoonni ka dubbatan dhugaa ta'uu isaa caala'atti nuuf ni mirkaneessan, kanaaf ibisaa bakka dukkanaa titti argamuuf xiyyeeffannaa akkuma kennitaniif, waan nabiyyoonni dubbataniif'llee xiyyeeffannaa kennaa, kana'llee ka raawwattan haga laftti bariituttii fi urijjiin bariisa'aa onnee teessan keessatti haga mulidhatutti.


Akkana'llee jedhee gara Beteliheem titti isaan ni erge, «Deema'aatii waayee daai'maa ufi eegganna'aan qoradhaa, yeroo argattanitti, ani'llee dhaqee akka isaa sagaduuf koota'aatii natti himaa.»


Urjjicha'llee yeroo arganitti haalaan ni gammadan,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite