Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 2:7 - Waadaa Haarawa

7 Kanaan duubatti Heerodis worra qorattoota urjji'ii ta'an sanniin dhossa'aan waamsisee, yeroo sirrii ta'e ka urijjiin itti argamitte gaafatee ni hubate,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Heroodiis ogeeyyii dhossa'aan waamee, bara urjiin mudhatte isaan irraa sirri'itti qulqulleefatee hubate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Kanaan maayessa Heroodis ogeeyyii dhossa'aan waamee, bara urjiin mudhatte isaan irraa sirri'itti qulqulleeffatee hubate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 2:7
16 Referans Kwoze  

Dubarttiin lola'aan akka fudhatamittuuf jedhee bofichi bishaan lagaa bishaan gayu afaan isaatii tufee gara dudda duuba isi'iitiin ni jisse.


Bara nugusa Heerodisii titti arddii Yihuda'aa titti ta argamittu, magaalaa Beetelihemii itti Yesus yeroo dhalatetti, qorattoonni urjji'ii baya adu'uutii gara Yerusaalemii ni dhufan.


Akkana'llee jedhee gara Beteliheem titti isaan ni erge, «Deema'aatii waayee daai'maa ufi eegganna'aan qoradhaa, yeroo argattanitti, ani'llee dhaqee akka isaa sagaduuf koota'aatii natti himaa.»


Kanaan duubatti Heerodis qorattoonni urjji'ii akka isa sobaniin yeroo hubatetti, haalaan ni dallane, gara Beethlihemiitii fi gandoota naannoo jiran mara lolttoota isaa ergee, akkaatama bara qorattoota urjji'ii irraa hubateetiin, umriin isaanii woggaa lama ka ta'anii fi achii gadi ka ta'an, Beetlihemii fi naannoo isi'ii ka turan daa'imman dhiiraa ni ajjeesise.


Feeliks garuu waayee amantii Kristaanaa haalaan ni beeka waan tureef, «Ajajaan woraanaa Luusiyoos yeroo dhufetti, waayee dhimma keessan murtii ni kenna» jedhee, isaan ni geegesse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite