Wongeela Maatewos 2:12 - Waadaa Haarawa12 Gara Heerodisii'llee akka hin deebineef Waaqinni eebjju'uun waan isaan ufi eeggachiiseef, qorattoonni karaa bira'aatiin gara biyya isaanii deebi'anii ni deeman. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA12 Achiin maayessa isaan gara Heroodisii akka hin deebine, Rabbi eebju'uun waan isaan uf eeggachiiseef, karaa biraatiin gara biyya ufii deebi'an. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Achiin maayessa Rabbi akka isaan gara Heroodisii hin deebine eebju'uun waan isaan seereef karaa biraatiin gara biyya ufii deebi'an. Gade chapit la |
Amma'llee waayee wonittoota ijaan hin muldhaneetiif Waaqinni yeroo ufi eeggachiiseentti Noohi Waaqa sodaachu'uun, maatii isaa fayyifachu'uuf doonii ka hojjate amanti'iin, amantii Noohiitiin'llee biyyi lafaa cubbamaa ta'uun beekkamee itti ni murtteeffame, Nohi'llee qulqullaawoma amanti'iin argamu ni dhaale.