Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:8 - Waadaa Haarawa

8 Inni'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Museen haadha worraa keessan akka hiikitaniif ka isinii eeyyamame, onneen keessan jabaatee sababaa dhibiddoota ta'uu keessaniitiin, jalqaba garuu akkana hin turre.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Yesuus deebisee, «Sababa mata-jabeenna keessaniitiif Muuseen akka isin haadha manaa teessan hiittan isin hoffolche malee, Duri ammoo akkasii miti jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Yesuus deebisee, «Sababa mata jabeenna keessaniitiif Muuseen akka isin haadha manaa teessan hiittan isin hoffolche malee, dur akkasii miti» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:8
14 Referans Kwoze  

Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Museen ajaja kana ka isiniif barreesse, onneen keessan hadooddee waan isin hin dhageenneef.


Kana garuu ka isiniin jedhu akka gorssaa titti malee, akka ajajaa tittii miti.


Jinniiwwan'llee, «Ka nu baafttu yoo ta'e, yabo'oo garas, gara gobbuu booyyeewwanii nu ergi!» jechu'uun, ni kadhataniin.


Yesus garuu, «Hujii qulqullaayomaa mara karaa kanaan raawwachuun waan nurraa maluuf, amma dhiis, akkuma kana haa taa'u» jechu'uun ni deebiseef. Yohaannis'llee dhimmichatti wolii galee Yesusiin ni cuupheen.


Farisoonni'llee, «Eegaa, Museen waayee maali'iitiif, ‹abbaan worraa haadha worraa isaatiif woraqaa ragaa hiikkamuu isi'ii muldhisuu kenneefii haa hiikuun!› jedha?» jedhaniin.


Ani garuu, ‹naminni tokko waayee sagaagalaatiin yoo ta'e malee, haadha worraa isaa hiikee, dubarttii bira'aa yoo fuudhe sagaagalee jira› isiniin jedha.»


Kanaan duubatti'llee kudha tokkonuu nyaataaf dhiyaatanii uduma nyaata'aa jiran, Yesus isaanitti ni mulidhate, «Yesus du'aa ka'ee lubbu'uun ni jira, ija keennaan'llee isa arginee jirra» jedhanii, isaanitti worra himan amanuu dhabuu isaaniitii fi mata jabuu isaaniitiin'llee, isaan ni ashan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite