Wongeela Maatewos 19:7 - Waadaa Haarawa7 Farisoonni'llee, «Eegaa, Museen waayee maali'iitiif, ‹abbaan worraa haadha worraa isaatiif woraqaa ragaa hiikkamuu isi'ii muldhisuu kenneefii haa hiikuun!› jedha?» jedhaniin. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA7 Isaanillee, Eegasuu Muuseen, «Abbaan manaa woraqata hiikka'aa kenneefii akka isii hiiku, maaf ajaje ree?» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Isaanillee, «Eegasuu Muuseen, ‹abbaan manaa woraqata hiikka'aa kenneefii akka isii hiiku› maaf ajaje ree?» jedhaniin. Gade chapit la |