Wongeela Maatewos 19:5 - Waadaa Haarawa5 Dabalee'llee ‹waayee kanaan naminni haadhaa fi abbaa isaa dhiisee haadha worraa isaa woliin wolitti ni makama, lamaanuu qaama tokko ni ta'an,› Gade chapit laWAADAA LAMMATAA5 « ‹Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa, haadha manaa ufiitiin wol ta'a; lamaanuu foon tokko ta'an› ka jedhu hin dubbifnee? Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 « ‹Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa; haadha manaa ufiitiin wol ta'a; lamaanuu foon tokko ta'an› ka jedhu hin dubbifnee? Gade chapit la |