Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:4 - Waadaa Haarawa

4 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Waaqinni jalqaba dhiiraa fi dubarttii taasisee akka isaan uume, isin hin dubbifinne moo?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Yesuus deebisee, «Rabbi jalqaba, ‹Dhiiraa fi dubartii› taasisee isaan uume.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Yesuus deebisee, «Rabbi jalqaba ‹Dhiiraa fi dubartii› taasisee isaan uume.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:4
15 Referans Kwoze  

Yesus'llee, «Seera keessatti maaltu barreeffamee jira? Dubbiffittee attamitti hubattan?» jedheen.


Akkuma kanaan'llee waayee du'aa ka'iinssa worra du'anii waan Waaqinni isinitti dubbate isin, hin dubbifnne moo?


Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Daawiitii fi namoonni isa woliin ni jiran turan yeroo beelayanitti, waan Daawiitii raawwate gonkumaa isin hin dubbifanne moo?


Waayee worri du'an du'aa ka'iinssaa yoo ta'e garuu, Waaqinni ibidda ximmirro'oo keessaan Muse'etti maal akka itti dubbate, kitaaba Muse'ee keessatti isin dubbifnne moo? Kun'llee, ‹ani Waaqa Abrahamii, Waaqinni Yisihaaqiitii fi Waaqa Yaaqoobiiti› ka jedhe.


«Haa ta'u malee, ‹dhagaan kaabddonni tuffataniin, mataa cabssata› » ni ta'e.


Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Daawiit horddofittoota isaa woliin yeroo beelayee fi rakkatetti, maal akka raawwate isin hin dubbifinne moo?


Itti aanssee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Kitaabban qulqullaawota keessatti, ‹dhagaa worri kaabaa dhaga'aa ijaaran tuffataniin, inni dhagaa ijoo cabissata mata'aa ni ta'e, kun'llee hujii Goofta'aati, ija teennaaf'llee baasa› jedhamee ka barreeffame, gonkumaa isin hin dubbifinnee moo?»


Yesus'llee akkana jedhu'uun isaaniif ni deebise, «Isaaf namoonni isaan woliin turan'llee yeroo beelayanitti, Waan Daawiiti raawwate isin hin dubbiffine moo?


Barattoonni isaa'llee dhaqanii akkuma Yesus isaan ajaje ni raawwatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite