Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:16 - Waadaa Haarawa

16 Guyyaa tokko naminni tokko gara Yesusii dhufee, «Yaa barsiisaa! Jireenna bara baraa argachu'uuf waan mishaa maal raawwachu'utu, narraa mala?» jechu'uun, ni gaafateen.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

16 Achiin maayessa namni tokko gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a, jireenna bara baraa argachuuf, wonti mishaan ani godhuu na barbaachisu maali'i?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Achiin maayessa namni tokko gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a! jireenna bara baraa argachuuf wonti mishaan ani godhuu na barbaachisu maali'i?» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:16
32 Referans Kwoze  

Gooftaan keenna Yesus Kristos dhiifama isaatiin gara jireenna bara baraatiin akka isin gayuuf eeggachu'uun, mataa keessan jaalala Waaqaa keessatti eeggadha'aanii.


Kun'llee ka ta'u ka isatti amanu marrinuu, jireenna bara baraa akka argatuuf.


Ilmi Waaqaa akka dhufee fi Waaqa dhuga'aa'llee akka beekinnuuf, onnee hubattuu akka nuuf kennee ni beekinna, karaa Ilma isaa Yesus Kristositiin, isa Waaqa dhuga'aa woliin tokkummaa ni qabnna. Yesus Kristos Waaqa dhuga'aatii fi jireenna bara baraati.


Jireenni kun mulidhatee jira, nu'llee argineenii jirra, ragaa ni baana'lle'e. Waaqa Abbaa bira ka turee fi nu'utti'llee ka mulidhate, jireenna bara baraa ni dubbanna.


«Kanaaf, kunniin gara adabbii ibidda bara baraa yoo deeman, qulqullaayoman garuu gara jireenna bara baraa ni deeman.»


Kana'llee ka taasise kennaa isaa ka bilisaatiin qulqullaawomnnee abddi'iin ka eeggannu, jireenna bara baraa akka dhaalluuf.


Kun'llee abddii Kristos nuuf kenne, jireenna bara baraati.


Amantiin kun'llee abddii dubbii jireenna bara baraa irratti ka hunddaaye, Waaqinni hin sobinne jireenna kana kennu'uuf barootaan duranatti, waadaa nuuf ni aseene.


Bifa kanaan jireenna dhuga'aa argachu'uuf qabeenna hunddeen isaa jabaa ta'e, bara dhufutti mataa isaaniitiif ni kuufatan.


Lola mishaa amanti'ii loli, ati gara isaa yeroo waamamittetti ragoota baayi'ee duranatti ragummaa sirri'ii ta'e ka kenniteef, jireenna bara baraa qabadhu.


Gara alaa'llee isaan baaseeti, «Yaa goofttota kiyya! Fayyuuf maal raawwachuu ana barbaachisa?» isaaniin jedhe.


Kun'llee ka ta'eef waayee du'aatiin cubbuun akkuma mootome maratti, akkuma kana karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin jireenni bara baraa akka argamuuf, kennaan Waaqaa ka bilisaa qulqullaawoma kennu'uun, ni mootoma.


Hujii misha'aan jabaachuun galataa fi ulfinna, jireenna hin banne'llee worra barbaadaniif, Waaqinni jireenna bara baraa isaaniif ni kenna.


Lubbuu isaa ka jaalatu ni balleessaan, biyya lafaa kanatti lubbuu isaa ka jibbu garuu jireenna bara baraatiif ni eeggataan.


Ani jireenna bara baraa isaaniif ni kenna, kanaaf gonkumaa hin badan, harka kiyyaa eennu'llee butee isaan hin fudhatu.


Yeroo kanatti Simoon Phexiros akkana jechu'uun ni deebise, «Yaa Gooftaa! Gara eennuu deemnnaa? Ati dubbii jireenna bara baraa ni qabdda.


Dhugamaa isiniin jedha, (anatti) naminni amanu, jireenna bara baraa ni qaba.


Isin kitaabban Qulqullu'uun jireenna bara baraa ka argattan waan isinitti fakkaatuuf, isaan ni qorattan, isaan'llee waayeema kiyya ka ragaa bayan.


bishaan ani kennu irraa ka dhugu garuu bara baraaf gonkumaa hin dheebotu, bishaan ani kennu nama dhuguuf, jireenna bara baraatiif ka burqqu, burqqaa bishaan jireennaa ni ta'a.»


Waayee kiyyaaf jedhee manniin yookiin obboleeyyan, yookiin obboleettiiwwan yookiin abbaa yookiin haadha, yookiin ijoollee yookiin bakka qonnaa ka dhiise marrinuu, dachaa dhibbaan ni fudhata, jireenna bara baraa'llee ni argatta.


Garuu dhiifamnni naaf ni taasfame, dhiifamnni ka naaf taasfame'llee Yesus Kristos obissiinsa isaa ka daangaa hin qabnne, ana cubbamaa ta'e ka maraa caaluu irratti muldhisuu isaatiin, worra isatti amananii jireenna bara baraa argatanii fi fakkeenna akka ta'uuf.


Yesus gara isaanii laalee, «Wonitti kun namaaf waan hin danda'aminne, Waaqaaf garuu marrinuu ni dandda'amaaf» jedhe.


Harka isaa'llee isaan irra eega kaayeen duubatti, bakka san dabrree ni lixe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite