Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 19:1 - Waadaa Haarawa

1 Yesus kana dubbatee eega xumureen duubatti Galiila'aa ka'ee, laga Yoordaanosiitiin gamatti gara argamittuu gara arddii Yihuda'aa ni deeme.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus waan kana haga raawwateen maayessa Galiilaa deemee, gara godina Yihuuda'aa Yoordaanosiin gama dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus haga waan kana raawwateen maayessa Galiilaa deemee, gara godina Yihuuda'aa Yoordaanosiin gama dhaqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 19:1
5 Referans Kwoze  

Deebi'ee'llee Yesus Laga Yoordaanosii ce'ee, gara bakka Yohaannis jalqaba itti ni cuupha turee'llee ni deeme, achitti'llee ni ture.


Yesus wonittoota kanniin dubbatee yeroo xumuretti, ummanni barsiisa isaa ni maalaliffatan.


Bara nugusa Heerodisii titti arddii Yihuda'aa titti ta argamittu, magaalaa Beetelihemii itti Yesus yeroo dhalatetti, qorattoonni urjji'ii baya adu'uutii gara Yerusaalemii ni dhufan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite