Wongeela Maatewos 18:1 - Waadaa Haarawa1 Yeroo sanitti barattoonni isaa gara Yesusii dhiyaatanii, «Mootummaa Sami'ii titti ka maraa caalu eennu?» jechu'uun, ni gaafataniin. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Hennaa san darasoonni isaa gara Yesuusii dhufanii, «Jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu eennuun ta'inna laata?» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Hennaa san darasoonni isaa gara Yesuusii dhufanii, «Jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu eennuun ta'inna laata?» jedhaniin. Gade chapit la |