Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 17:2 - Waadaa Haarawa

2 Achitti isaanuma duranatti bifitti isaa ni jijjiirame, fuulli isaa'llee akka adu'uu titti ni ife, uffanni isaa'llee adii ta'ee akka ifaa titti ni calaqise.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Innillee afoo isaaniititti jijjiirame, fulli isaallee akka adu'uu ife, uffanni isaallee adii weeccaa ta'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Innillee isaan afo'otti jijjiirame; fuulli isaa akka adu'uu ife; uffanni isaa adii weeccaa ta'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 17:2
17 Referans Kwoze  

Fuulli maleeyikkichaa'llee akka bakakka'aa ni ifa ture, uffanni isaa'llee akka barada'aa adii ni ture.


Yeroo kadhatutti'llee biftti isaa ni jijjiirame, uffanni isaa'llee adii ta'ee calaqise,


Kanaan duubatti duumessa ka uffate maleyikkichi cimaan bira'aa sami'ii yoo bu'u ni arge, nannoo mataa isaa funyaan karaabaa ni jira ture, fuulli isaa akka adu'uu, miila isaa'llee akka utubaawwan ibiddaa ni turan,


Kanaan duubatti teessoo adii ol aana'aa fi teessoo irra ka taa'ee jiru'llee ni arge, arddi'ii fi samiin durana isaatii ni dheessan, bakkeen'llee isaaniif hin argaminne.


Dubbiin'llee foon ni ta'e, kennaa bilisaatii fi dhuga'aan'llee guuttamee jidduu keenna ni jiraate, Ilmi Abbaa isaa tokkochi ulfinna inni Abbaa isaa biraa qabu ka fakkaatu, arginee jirra.


Uffanni isaa'llee haalaan ni calaqise, biyya lafaa irratti miicaan kum'llee hagas qulqulleessuu haga hin dandeennetti adii ni ta'e.


Misha'aa fi ka gammachiisu muda maleessa ka ta'e'llee, fedhii Waaqaa beeku'uuf akka dandeettan sammuu keessan haaressu'uun jireenni keessan akka jijjiiramu malee, biyya lafaa kana hin fakkaatinaa.


«Yaa Abbaa! Biyyi lafaa uduu hin uumamiin waan ana jaalateef, ulfinna kiyya ka anaaf kennite akka arganiif, isaan kunniin ati naa kennite'llee bakka ani jiru, anaan woliin akka jiraataniif ni jaaladha.


Guyyaa jahaan duubatti Yesus Phexirosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaanisiin qofa fudhatee, adduma isaa gara gaara ol fagaatuu tokkoo, irra ni bayan.


Kunoo, Muse'ee fi Eliyaas Yesusiin woliin yoo dubbatan isaanitti ni mulidhatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite