Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:9 - Waadaa Haarawa

9 Amma'llee isin worra hin hubanne moo? Buddeenni shanii nama kuma shaniif akka gayee fi hanbbaan hafe'llee, ginddoo guutuu hagamii akka kaafttan, hin yaadattanii?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Haga ammaa hin hubannee? Xoroshoon shanii namoota kuma shaniif gayee hambaa gindoo meeqa akka kaaftan hin qaabattanii?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Haga ammaa hin hubannee? Xoroshoon shanii namoota kuma shaniif gayee hambaa masoobii meeqa akka kaaftan hin qaabattanii?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:9
9 Referans Kwoze  

Ani worra isaan jaaladhu marattuu ni baanadha, isaan'llee ni adaba, kanaaf dammaqi, dhiifamaan gara Waaqaa'llee deebi'i,


Inni'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Isin'llee ammoo kana hin hubattan moo? Gara alaatii nama keessaa wonitti aseenu womaayyuu nama akka hin batteessineen, isiniif hin galuu ree?


Isin woliin yeroo turetti waan kana isinitti himee akka ture, hin yaadattanii ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite