Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:8 - Waadaa Haarawa

8 Yesus garuu yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantiin itti dhidhate nana! ‹waan nu buddeenna hin qabatiniif› jettanii, waayee maali'iif ufii keessan woliin haasofttan?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

8 Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantaa diqqo'oo maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantii dhidhu'uu; maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:8
9 Referans Kwoze  

Eegaa adha mulidhatee boru ibidda keessatti ka gatamu marga raasa'aa, Waaqinni akkanatti ka uffiisu yoo ta'e, isin worra amantiin isinitti dhidhate nana! Isin ammoo attamitti caalchisee isinitti hin uffifnne ree!


Yesus'llee bakkumatti harka isaatiin hiixatee qabeeniiti, «Ati ka amantiin sitti hanqate nana! Waayee maali'iitiif shakkite?» jedheen.


Kanaan duubatti'llee kudha tokkonuu nyaataaf dhiyaatanii uduma nyaata'aa jiran, Yesus isaanitti ni mulidhate, «Yesus du'aa ka'ee lubbu'uun ni jira, ija keennaan'llee isa arginee jirra» jedhanii, isaanitti worra himan amanuu dhabuu isaaniitii fi mata jabuu isaaniitiin'llee, isaan ni ashan.


Inni'llee, «Isin yaa worra amantiin isinitti dhidhate nana! maali'iitiif sodaattan?» isaaniin jedhe. Saniin duubatti'llee Yesus ka'ee bubbe'ee fi garba ciisa'atti ni baanate, cadhisiinssi ol aanaan'llee ni ta'e.


Ijoollee isi'ii'llee du'aan ni adaba, woldayoonni amanti'ii marri'llee yaada namaatii fi hawwii isaa'llee ka qoradhu ana ta'uu kiyya ni beekan, tokkoo tokkoo keessaniif'llee akka hujii keessaniitiin, isiniif ni kenna.»


Waaqaa duranaa ka dhokatu uumaminni woyiituu hin jiru, ija isaa duranatti wonitti marrinuu ifaa fi qullaa isaa ta'ee ka mulidhatu, nu'llee deebii kennuu ka qabnnu isa duranatti.


ati waan maraa akka beekittuu fi eennu'llee gaafii siif dhiyeessuu akka hin barbaachifnne, amma beekinnee jirra, kanaaf Waaqa biraa akka dhufitte ni amanna.»


Isaan'llee, «Kana jechuun isaa yookiin waan nu'u buddeena hin qabatiniif ta'a» jechu'uun, ufi isaaniitii woliin ni haasayan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite