Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:7 - Waadaa Haarawa

7 Isaan'llee, «Kana jechuun isaa yookiin waan nu'u buddeena hin qabatiniif ta'a» jechu'uun, ufi isaaniitii woliin ni haasayan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:7
9 Referans Kwoze  

Phexiros garuu, «Yaa Gooftaa! Hin ta'u! Ani qulqulluu ka hin ta'in yookiin waan baattii ta'e nyaadhee hin beeku» jedhe.


Barattoonni isaa, «Nu mara keenna ka caalu eennu?» jechu'uun, mormmii kaasanii turan.


Dubbicha'llee dhagayanii onnee isaanii titti ni qabatan, haa ta'u malee, «Du'aa ka'uun kun maal jechuu ta'inna laata?» jedha'aa, ufii isaaniitii woliin ni haasayan.


Yesus'llee barattoota isaatiin, «Onne'etti qabadhaa, shiishaa worra Farisootaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!» isaaniin jedhe.


Yesus garuu yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantiin itti dhidhate nana! ‹waan nu buddeenna hin qabatiniif› jettanii, waayee maali'iif ufii keessan woliin haasofttan?


Cuuphaan Yohaannis eessaa dhufe? Waaqaa irraayyi ture moo yookiin nama biraa?» Isaan'llee ufii isaanii titti akkana jechu'uun woliin ni mari'atan, « ‹Waaqaa biraayyi› yoo jenne, ‹eegaa maali'iif itti amanuu dhabddan ree?› nuun jedha,


Kana'llee yeroo haasayaanttii fi yeroo mari'atanitti Yesus mataan isaa gara isaanii dhiyaatee, isaan woliin adeemuu jala ni qabe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite