Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:6 - Waadaa Haarawa

6 Yesus'llee barattoota isaatiin, «Onne'etti qabadhaa, shiishaa worra Farisootaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Yesuus, «Beekkadhaa'a! raacitii worra Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Yesuus, «Beekkadhaa'a! raacitii worra Fariisotaatii fi Saduuqootaa irraa uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:6
15 Referans Kwoze  

Yeroo sanitti namoonni kuma baayi'e'etti lakkaayaman wol ni gayan, baayi'inna isaanii irraa'llee ka ka'een ufii isaaniitii wol hacuuca'aa wol dhidhiitan ture, Yesus'llee durssee barattoota isaatiin akkana jechuu jala ni qabe, «Shiishaa worra Farisotaa jechu'uun'llee, fakkeessitummaa isaanii irraa ufi eeggadhaa jechu'u.


Kun'llee, «Shiishaan muraafnni miciqaa maraa ni bukeessa» akkuma jedhamu.


Yesus'llee, «Shiishaa Fariisotaatii fi Heerodisii irraa ufi eeggadhaa!» jedhee, isaan ni ajaje.


Barattoonni'llee, Yesus ufi eeggadhaa ka isaaniin jedhe, barsiisa worra Farisootaatii fi Saduqootaa irraayyi malee, shiishaa buddeenaa irraa akka hin ta'in ni hubatan.


Itti aanssee isaan maraanuu akkana ni jedhe, «Lubbuun namaa baayi'inna qabeennatiinii miti, kanaaf ufi eeggadhaa, dondhummaa irraa'llee, ufi eegaa.»


Garuu Yohaannis Fariisotaa fi Saduuqoota keessaa baay'een isaanii cuuphamu'uuf gara isaa yoo dhufan yeroo argetti, akkana isaaniin jedhe, «Isin ijoollee boofaa nana! Dheekkamissa dhufuu jalaa akka baataniif eennutu ufi isin eeggachiise?


Fariisootaa fi Saduqoonni gara Yesusii ni dhufan, isa qormmaatu'uu barbaadanii, «Sami'ii baasa nutti mulidhis!» jechu'uun ni gaafataniin.


Barattoonni isaa gara garba cisa'aan gamaa yeroo ce'anitti, waan irraafattaniif buddeena hin qabanne turan,


Isaan'llee, «Kana jechuun isaa yookiin waan nu'u buddeena hin qabatiniif ta'a» jechu'uun, ufi isaaniitii woliin ni haasayan.


Eegaa ‹shiishaa Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!› jedhee isinitti yoo dubbadhu, waayee buddeenaa akka hin ta'in attamitti hin hubanne?»


Kanaaf barattoonni isaa, «Naminni woyii waan nyaataa fideefii jira ta'innaa?» woliin ni jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite