Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:5 - Waadaa Haarawa

5 Barattoonni isaa gara garba cisa'aan gamaa yeroo ce'anitti, waan irraafattaniif buddeena hin qabanne turan,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Darasoonni hennaa galaana gama ceeyan dhalee qabachuu irraanfatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Darasoonni hennaa galaana gama ceeyan dhalee qabachuu irraanfatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:5
4 Referans Kwoze  

Kanaan duubatti Yesus ummata ni geegesse, hoboloo'llee yaabbatee gara kutaa biyya Magadoon ni deeme.


Dhaloonni hama'aa fi hin amanne malikata argu'uuf ni barbaada, garuu malikata nabiyyicha Yoonaasii malee, malikanni bira'aa hin kennamuuf.» Kanaan duubatti Yesus isaan dhiisee, gara bakka bira'aa ni deeme.


Yesus'llee barattoota isaatiin, «Onne'etti qabadhaa, shiishaa worra Farisootaatii fi Saduqootaa irraa ufi eeggadhaa!» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite