Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 16:4 - Waadaa Haarawa

4 Dhaloonni hama'aa fi hin amanne malikata argu'uuf ni barbaada, garuu malikata nabiyyicha Yoonaasii malee, malikanni bira'aa hin kennamuuf.» Kanaan duubatti Yesus isaan dhiisee, gara bakka bira'aa ni deeme.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Dhaloonni hamaanii fi seebaraan malkata barbaada; malkata raatticha Yoonaasii malee, malkanni biraa hin kennamuuf» isaaniin jedhe. Achiin maayessa Yesuus isaan dhiisee deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Dhaloonni hamaanii fi seebaraan malkata barbaada; malkata raatticha Yoonaasii malee malkanni biraa hin kennamuuf» isaaniin jedhe. Achiin maayessa Yesuus isaan dhiisee deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 16:4
15 Referans Kwoze  

Dhaloota ganttichaa fi cubbamaa kana duranatti, ka anaa fi dubbii kiyyatti'llee saalfatu marattuu, ani'llee Ilmi Namaa ulfinna Abbaa kiyyaatiin maleyikkoota isaa Qulquluuwwan woliin yeroo dhufutti, isatti ni saalfadha» jedhe.


Yesus ufi keessatti hafuuraan kadhachu'uun, «Dhaloonni bara kanaa maalaleen akka isaa taasfamuuf, maali'iif barbaadaa? Dhugamaan isiniin jedha, dhaloota kanaaf maalaleen woyiituu hin taasfamuuf!» isaaniin jedhe.


isaan jaamotaa fi jaamota worra eemaran waan ta'aniif isaan dhiisaa, jaamaan jaamaa yoo eemare lamaanuu boolla keessatti ni kufan.»


Garuu Yihudonni yeroo isa mormmanii fi isa arabisanitti awwaara uffata isaa hargufatee, «Eegaa isinitti yoo murtteeffame balleessaa mataa isaaniitiin! ani itti gaafatama hin qabu, ammaa achitti gara ummata Waaqa dhugaa titti hin amannee ni deema!» isaaniin ni jedhe.


Ka biraa'llee dubbii baayi'e'een ragaa baya'aa, «Dhaloota hamaa kana irratti balaa dhufu jalaa, mataa keessan baasaa!» jechuun isaan ni gorsse.


Barattoonni isaa gara garba cisa'aan gamaa yeroo ce'anitti, waan irraafattaniif buddeena hin qabanne turan,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite