Wongeela Maatewos 16:2 - Waadaa Haarawa2 Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, [«Galgalatti samiin diimatee yoo argitan ‹caama ni ta'a› jettan, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 Innillee ammoo deebisee akkana isaaniin jedhe, «Hennaa lafti dhiye ‹Samiin waan addaatteertuuf, birraa ta'a› jettan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Inni ammo deebisee akkana isaaniin jedhe, «Hennaa lafti dhiye Samiin waan addaatteertuuf ‹birraa ta'a› jettan. Gade chapit la |